< All Topics
Print

305: Dubartoota irratti Jum’aan jiraa

Gaafii: Dubartoota irra jum’aan jiraahii?

 

 

 

Deebisaa: Jum’aan dubartii irra hin jiru. Nama shan juma’aan isaan irratti dirqamaa miti; dhukkubsataanillee keessa hin jiruu, musaafirri keessa hin jiruu, ijoolleen sabiyyiin keessa hin jirtuu, dubartiin keeessa hin jirtuu.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

 

Table of Contents