101: Gaafa barnoota irra jiru soommana hin soommanuu, maaltu narra jira?

  • Home
  • Soomana
  • 101: Gaafa barnoota irra jiru soommana hin soommanuu, maaltu narra jira?
Estimated reading time: < 1 min

Yaa gabrittii Rabbii soommanni ati hin soommanin yoo osoo ati hin ballagin, osoo hin saalfatin, osoo haydiin sitti hin dhufin, osoo maniyyii ufirratti hin arkin, osoo saphii hin baasiniin duratti ta’e humaa takka sirra hin jiru. Eega ballagdee boodatti immoo guyyaa hamma sirra jiru, baatii hamma sirra jirtu lakkaawii fakkeenyaaf yoo baatii sadii ta’es baatima sadi, lama ta’us lama walumaaagalattuu qadaa san hamma dandeetutti baasuun sirratti dirqama.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 158

Kanas dubbisi

109: Bishaan qaama saalaarraa bahu (Mazyiin) soomana ni miidhaa?
94: Namni soomanaa qaama dhiqachuun maal qaba?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *