Gaafii: Biyya Ommaan kanatti salaata Zuhriifi Asrii walumatti qabanii salaatan yeroo hedduu.
Deebisaa: Salaata yeroo takka takka yeroo shariaan walitti qabanii salaatuu hayyamte malee warri biyyaa akkanumatti salaata aadaa godhatanii jam’ii godhuun waan hin jirre.
Sheikh Alii Jimmaa