172: Hukmiin dhiigaa maali?

Estimated reading time: < 1 min

 

 

Deebisaa: Dhiiga namaa ta’ee, dhiiga horii, hukmii nama tuqiinsaa yoo taate humaa hin qabu. hadiisa Abdalaah ibnu Masu’uuditu jiraa ka inni re’ee uduhiyyaa qalee cumaaf dhiigni garaa isaa irra jirutti salaatee jira. Akkasuma sahaabaa lamaan waliin deemaa turte ka tokko dadhabee biraa rafee halkan kana wardiyaa eegi jedhee tokkorratti dhiifatee rafe ka diinni dhufee namtichaa salaatutti jiru san waraane ka dhiigni isarra yaa’u salaate humaa salaanni isaa bade hin jenne Rasuulli Rabbii ﷺ dhiigni namaas ka horiis salaata hin balleessuu najaasummas hin qabu. Garuu dhiiga dhuguun dhiiga meeshaa dibuun shari’aa Rabbii keessatti hin jirtuu eeggachuu barbachisa

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 374

Kanas dubbisi

173: Namni tokko haadha warraa isaa gara duubaatiin qunnamuun ni ta’aa?
169: Dubartoonni mataa qullaa wuduu’atuu fi surree uffachuun ni tahaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *