212: Salaata Witrii booda qunuuta/du’aa’ii kadhachuun dirqamaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii:  Salaata witrii erga salaatee booda du’aa’ii kadhachun waajibaa? Zikriin halkanii guyyaa keessatti qara’an tuni yeroo adda addaa qabdii?

 

 

Deebisaa:   Salaata witrii boodaan qunuuta godhuun waajiballee mitii dirqamallee miti, sunnaallee miti walitti dhaabanii witrii godhuun. Halkan cufa godhaa jechuun hin jiru. Kan namni walitti aansanii godhan kun ajaja Nabii keenyaatii miti ﷺ. Witrii eega salaatan booda du’aa’ii godhuun kun nama waajiba jedhee yaadutu jira. Tanaaf jechaa salaanni kee dhibbarraa dhibbatti guutu yoo du’aa’ii dhiiftes. Zikriin halknumaaf guyyaa, ta ganama qar’aniifii ta halkanii kopha. Ammoo Rabbii kee yeroo cufa zakkaruun hulaan siif bana, halakanii guyyaa keessatti, nyaattuu, dhugduu, teessu, deemtuu, raftuu waqtii cufaa hulaan zikriidhaa cuftinuu siif bana.

 

 

 

Dr.Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 6
Views: 1899

Kanas dubbisi

234: Namni maatiin ijoollummaan hin qaraasisin dilii isaatiif akkamitti toowbata/eenyutu itti gaafatama?
208: Haadhaa fi Abbaa aakhramaniif Qur’aana qara’uun ni tahaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *