217: Dhalaan hoggaa Salaattu bifa akkamiin salaatti?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii:  Dhalaan hoggaa Salaattu bifa akkamiin salaatti?

 

 

Deebisaa:   Salaanni dhiiraaf dhalattis akkuma tokko yoo ammoo ka wal salaachisan ta’an salaanni dhalaadhaa imaamni isaanii walakkaa dhaabbata. Xiqqisho taakkuu takka keessaa oljetti malee walakkaa dhaabbatti. Yoo dhaabata irraa ka gaafattu taate akkuma dhiirti dhaabbatutti dhaabbatti, miilallee akki walitti dhiheessitu akkuma dhiiraati. Dhiirtillee taakkuu takkaa achi miila adda banuun hin barbaachisu, dubartiin sanumarraahuu walitti dhiheessuu dandeessi. Hidhatiinsaaf ruku’aa, sujuudaaf waa cufatuu akkuma dhiiraati. Garuu wanni guddoon irra jiru huccuun dhiiraaf dhalaadhaa waldhabdi isiin hamma miila isiitti hagooggidha qabaachuudha qabdi

 

 

 

Dr.Liwaa’ulislaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 73

Kanas dubbisi

219: Bishaan dhaliinsa dura dubartii irraa bahuu Salaataa fi Soomana ni dhoorkaa?
215: Heeydiin Nikaha hidhachuu ni dhoorkitii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *