240: Nama muslimaa warra amantaa Islaamaa hinqabne waliin jiraatu akkamitti gargaaran?

  • Home
  • Haqa Namaa
  • 240: Nama muslimaa warra amantaa Islaamaa hinqabne waliin jiraatu akkamitti gargaaran?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Akkamitti orma islaamaa tokko gargaaruu dandeenyaa yoo ormi islaamaa sun ummata islaama hin ta’iniin wajjiin karoora adda adda godhanii ka waliin jiraataa jiran taate gargaarsa adda addaa walii godhaa jiraatan taate nama islaamaatiif gargaarsa akkamitti godhuu dandeenyaa?

 

 

Deebisaa: Nama islaamaatii gargaarsa godhi. Horiin ati yoo jiraate gargaarsa gootu harka obboleessa keetiitiif nama gargaarsa ati godhuuf barbaadu harka isaani yoo seene rakkoon hin jiru. Maaliif jennaan horii kankee san akka fedhan godhuu muslimootatu angoo itti qaba. Atillee yoo nama gargaaruu niyyaa goote warra isaan waliin jiran sani laaluun sirra hin jiru.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 250

Kanas dubbisi

243: Abbaa kiyya irraa qabeenya akaakoo kiyyaa dhaalaan qoodamuu ni danda’aa?
221: Maallaqni xiqqaa ta’ee yoo namni tokko na biratti irraanfate, akkamiin godha?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *