385: Wudu’a wol keessa laaqaa wudu’achuun akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii : yoo wuduu’a wolitti daddabalee wolkeessa daddabarsee kaan harka lama dhiqadhee, fuula tokko fa’a dhiqadhe maal qaba ?

 

 

 

 

 

 

 

deebisaa : wuduu’uni tartiibni isii eoliin dhuftee jirti . Tartiibaan godhuuni akka rasuulli rabbii ﷺ itti wodda’atanitti Wodda’achuutu irra caalaadha lama lamaan yoo jalqabde lama lamaan fixi. Sadi sadiin yoo jalqabde sadi sadiin fixi ulamaan gariin garii lama lama dhiqattee garii sadi sadi dhiqattullee humaa hin qabu jedha

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 156

Kanas dubbisi

396: eega fincaanee wudu’adhee salaata seene waan fincaan narraa bahan natti fakkaata?
383: Quraana gubuun akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *