408: Jaartiin ajaja jaarsaa diddu hukmiin isii maali?

  • Home
  • Bultii
  • 408: Jaartiin ajaja jaarsaa diddu hukmiin isii maali?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: jaartii tokko fuudheetiin jaartiin tiyya yaameenii jennaan natti dhufuu diddee , duuba maaltu narra jiraa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: jaartiin tee sitti dhufuu qabdii manguddoon qabii , obboleeyyaniin qabii ,saahibbaniin qabii diinii rabbii dhagayuu qabdii abbaa manaa jalaa diduun azaabatti dallansuu rabbii guddaatti isii buusa haa quba qabaattu , wosiyyaa tanaaf dhaamsa tanallee dhaqqabsiisi

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 9
Views: 690

Kanas dubbisi!

431: Osoo jaartii halaalaa qabuu zinaa namni dalagu nikahni isaa akkam?
407: Kaafiilli tiyya iqaamaa naarraa balleessite anilleen jalaa bade akkam woyya?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Scroll to Top