420: Salaata sunnaa waajibatti jijjiirachuu ni danda’aa?

  • Home
  • Ibaadaa
  • 420: Salaata sunnaa waajibatti jijjiirachuu ni danda’aa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Sunnaa waajibatti jijjiirachuu danda’aa yookaan waajiba sunnatti jijjiirachuu danda’aa eega itti seenee booda?

 

 

 

 

Deebisaa: Waajibniniif sunnaan walitti hin jijjiiramu. Hujiin tokko niyyaadhaan argama; hujii tana keessatti yoo dura niyyatanii itti seenan akka inni itti jijjiiramuu danda’uun hin jiru. Kanaafuu sunnaaf waajiba walitti dabaluun hin ta’u.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 3
Views: 186

Kanas dubbisi!

527:  Salaata gabaabsuun yoom eeyyamama ?
419: Obboleettiin tiyya anaafii dhiirsa kiyya wajjiin hajjii godhuu ni dandeettii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Scroll to Top