Gaaffii: Nama salaata tokko salaata tokko dhiisu ammoo ka sadaqatu maal godhan? sadaqaan isaa sun salaata isaa irraa bakka buuti? Qadaa deebisaa?
Deebisaa: Bakka hin buutu. Nasihaa godhaniif akka walitti dhaabee salaatu. Towbadhu gama Rabbi kankeeti kadhu. Yoo ka beeku taate guyyaa inni irraa dabre sani qadaa deebisa. Yoo ka hin beeyne taate toowbaa godhaa jechu. Namni salaata dhiisu takkaa waliigalatti haa dhiisuu takkaa keessaa waa haa dhiisuu namni salaata dhiisu tokko Rabbi biratti abaarama. Ulamaa’ii islaama garii biratti inumaahuu kaafira diinaa islaamaa keessaa ni baha.
Sheikh Abdurrahmaan Shariif
maashaa Allah maashaa Allah Rabbiin sadarkaa keessan ol haa fuudhu inshaallah kullii keessanuu
Maashaa tabaarakallaah baay’ee nuu galatooma umree nuu dheeradha
Asalamu aleeykum warahamatulahi mashaala rabbiin isinira ha jalatu
Mashallah isinira haa jalatu
As wr wb Marshall Allah homtuu isiin hin dhibiin
Jazaakallaahu kayiranì
Maashaallaah JZK
jazaa kallaahu
Allahu Akbar Allahu Akbar Allahu Akbar Rabbiin(s.w) nu haa tiiysu
A.S.W.R.W.B. Raabiifjecha Isin Jaaladhe Caayaa Arshii Jalattiwalnuhaagarsiisu Rabiitokichanaakadhadha Daa’ii Akka D.K.Zaakir Akaantahu.