63: Dubartiin iqaamachuu dandeeysii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Hoggaan salaatuuf deemu iqaammachuu danda’aa? Akkuma san yoo salaanni na dabre eega aduun baatee salaatuu danda’aa?

 

Deebisaa: Intalti dhalaa takka wanni irra jiru, uduuattee qiblatti garagaltee salaatuu qofa. Azaanaafi iqaamaan dhiiraaf godhame. Kanaafuu wuduua kee godhadhuu qiblatti gara galii Allaahu Akbar je’iituma salaati. Salaanni fajrii yoo si dabre ammoo aduun baatullee hogguma yaadatte dafii salaati.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 120

Kanas dubbisi

65: Salaata Maghribaa dura sunnaan ni jiraa?
61: Sujuuda keessatti du’aa’ii adda addaa jechuun hayyamamaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *