52: Eegaan zinaa dalagee nikaaha hidhadhe.

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Gurbaa tokko jaaladheetiin badii walitti hojjannee achi booda nikaaha hidhanne.

 

Deebisaa: Yaa jara keenya bakka jirtan cufatti mee Rabbillee kadhadhaa. Tun khiyaanaa bar. Wal khaainne jechu malee wal kaadhimne jechuu miti. Jarreen khiyaanaa akkanatti walitti godhan kun nikaan isaaniilleen haraami. Zinaarratti nikaan hin hidhamuu nikaan duraa sun baaxili. Addaan bahuu qaban. Baatii takkarraa hanga baatii sadii adda fagaachuu qaban. Eega addaan bahanii tawbaa qulqullii tawbataniin booda yoo nikaaha godhatan nikaan isaanii bakka jira.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 5
Views: 477

Kanas dubbisi

55: Ajaja jaarsa  kiyyaa diduu niin dandayaa?
51: Miizeen akka Shari’aatti akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *