85: Salaata witrii guyyaa salaatuun dandayamaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Salaanni witrii yoo na dabre guyyaa salaatuu nin danda’aa?

 

Deebisaa: Ee ni dandeessa. Yoo ajriin narraa hin citin ka jettu taate. Garuu ammoo sirratti dirqamaa miti. Bifti itti salaattu ammoo yoo hoggaa duraa raka’a sadii aadaa godhatte guyyaa witriin hin jirtuu afur salaati. Yoo duraan shan aadaa godhatte, jaha salaati, yoo torba aadaa godhatte saddeet salaati. Yoo sagal aadaa godhatte kudhan salaati. Yoo kudha tokko aadaa godhatte kudha lama salaati. Yeroon salaata halkanii itti salaattu yeroo sadi. Ishaaii booda, walqixa halkanii, irra fiinxeen ta aakira halkaniiti odoo fajriin hin bahin.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 173

Kanas dubbisi

93: Sidaajaa/Minxaafa irratti salaatan banaa dhiisuun maal qaba?
84: Tayammumni Janaabdaa namarraa buusaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *