21: Taraawiiha Raka’aa Meeqa Salaatan? 8, 11, 23?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafiin akkanaa tun yeroo hedduu bakka heddutti deddeebitee jirti, bakka takkatti salaatuufii walitti qabanii salaatuu jidduu jechuudha, tartiiba isiin qabdutu jira, raka’aa lama lamaan salaatamuudha sunnaan isiidhaa. Caalaan isii ammo Rasuulli Rabbii raka’aa kudha tokko waan salaataniif jecha raka’aa saddeeti lama lamaan salaatanii ka kurnaffaallee witrii lamaan salaatanii tokkoon cufuunis ni jirtii. Sadan boodaa walitti qabanii salaatuunis ni jirtii. Akki cuftinuu numa jiraa kanaafuu, raka’aa saddeetii witrii sanaan wajjiin walitti  raka’aa sadiin walitti kudha tokkoo salaatuu santu irra jaallatamaadhaa. Namni ammallee digdamii sadi salaanna jedhes inshaallah sunnaadhuma salaatul leeyliitii yoo irratti dawwaman Rabbi keeyrii ni godhaaf inshaallah ammo caalaan ka raka’aa kudha tokkoo sanii jechuudha.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 200

Kanas dubbisi

22: Hikmaan Azaanaa Maali?
20: Hukmiin Taraawihaa maali?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *