Skip to content
Fataawaa Nuuralhudaa
  • Home
  • Profile
  • Ticket
  • Register
  • Nuuralhudaa
Create Ticket
Create Ticket
Fataawaa Nuuralhudaa
  • Home
  • Profile
  • Ticket
  • Register
  • Nuuralhudaa

Tags: Hiikkaa

585: Yoo Jaarsi \”Sin Hiika\” jedhe intalti ni hiikamtii?

535: Namni tokko eega niitii isaa hiikee baatii sagal gahanii walitti deebi’uu ni danda’anii?

391: Namni intala dubrummaa isii inni fuudhe dhabe akkam qabaa?

381: Intalti dhalaa takka jaarsa isii diinsaa jibbitee na hiiki jetteen rakkina qabaa?

380: Hiikkaan isa keeysatti dhalaan deeffachuu hin dandeenye ni jiraa?

379: Sadeeniin si hiike jedhee deeffachuu ni dandayaa?

378: Jaarsaa jaartiin wol hiikanii mana tokko kheeysa jiraachuu dandayuu?

377: Akkamitti addaan deeman jarri kun wojjiin ture ilmootu jidduu jira duuba ?

376: Namni tokko yeroo meeqa hiikuu dandaya?

375: Hiikkaa irratti ragaan ni barbaachisaa?

Fataawaan Nuuralhudaa kuusaa gaafilee ummataati. Gaafilee hawaasni Muslimaa gama Miidiyaa Nuuralhudaa ergateef, deebisaa ulamaa’ii barruufi sagaleen asirratti dhiheessina. Gaafilee haarayas asumarraan keessummeessina. tartiibuma nu bira gahaniin qindeessinee. deebisaa ulamaa’ii weebsaayitii kanarratti maxxansina. dhaamsa addaa yoo qabaattan ykn hojii kana deeggaruu yoo barbaaddan; fataawaa@nuuralhudaa.com irratti nuuf barreessaa. gammachuun isin simanna.

Nuuralhudaa

  • Home
  • Og-Barruu
  • Qormaata
  • Odeeyfannoo
  • Ticket
  • Profile
  • Register
  • Privacy Policy

Miidiyaalee hawaasummaa

Facebook Page
Instagram
Telegram
Email
fataawaa@nuuralhudaa.com

Copyright © 2023 Fataawaa Nuuralhudaa

Designed by Abulkhayr