129: Ijoollee nama aalimaa bira geessanii shahaadaa qabsiisuun akka shariaatti akkami?

  • Home
  • 129: Ijoollee nama aalimaa bira geessanii shahaadaa qabsiisuun akka shariaatti akkami?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Ijoollee dhalatte fuudhanii sheekhatti ykn kabiiratti geessanii shahaadaa qabsiisuun maali?

 

Deebisaa: Ijoollee eega dhalatte booda shahaadaa qabsiisuun aadaa Muslimaatii miti. Yoo haadhaafi abbaan kararraa jijjiiran malee, Muslimni Islaamummaa irratti dhalata. Wanni  shahaadaa qabsiisaniif takkalleen hin jirtu. Warri Nasaaraa ijoollee wanni bishaan itti biifaniif takkaahuu bataskaana geessaniif ilmoon akka Islaamummaa irratti dhalattu waan beekaniif achirraa jijjiruufi. Yeroo namni kun du’uus dibbee itti tumanii waan kana irraa hiikan. Wanni akkas godhaniif gaafa duraa Islaamummaa irratti dhalate irraa waan jijjiiraniif amma ammoo gama keennaan nuti irraa hiiknee bakka duraatti deebisne jechu.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 3
Views: 546
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Scroll to Top