158: Daa’ima du’e awwaalaniiti moo osoo hin awwaalle irratti salaatan?

Estimated reading time: < 1 min

 

Gaafii: Namna tokko yoo ilmoon irraa duute, ilmoo tana osoo hin awwaalle irratti salaatan moo achi booda?

Deebisaa: Salaanni janaazaadhaa bifa lama qaba. Manatti takkaahuu masjiidatti osoo hin awwaalle irratti salaatu. Warri salaanni bakka lamaan tanaa dabre, waan dhalaa hin tahin qabritti eega awwaalan booda irratti salaatuu ni dandaya. Karaa lachuu rakkoon takka hin jirtu.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 95

Kanas dubbisi

164: Namni haxxiffate nama haadhaafi abbaan maqaa kaasan je’anii dubbiin tun akkami?
148: Badii niyyadhee yoon dhiise maalin qaba?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *