Gaafii: Namni adaadaa tiyya fuudhe yookii haboo tiyya fuudhe sani booda na fuudhu ni danda’aa?
Deebisaa: Walitti qabuu hin danda’u malee adda addatti fuudhuu ni danda’a. Dura fedhu si fuudhee eegaasii yoo haboo fuudhe. Haboo tantee fuudhee ka’ee yoo gad dhiise si fuudhu ni danda’a humaa rakkoon hin jiru.
Sheikh Alii Jimmaa