213: Manaamaan yoo maniyyiin namarraa bahe soomanni ni badaa?

  • Home
  • Soomana
  • 213: Manaamaan yoo maniyyiin namarraa bahe soomanni ni badaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii:  Namni tokko yoo manaama dhiirti dhalatti eda’amtee dhalaan dhiiratti ida’amte soommanni badee?

 

 

Deebisaa:   Manamaan dhalaaf dhiirti walitti ida’amuun maniyyiin namarraa bahuun waa takkallee soommanatti hidhaa hin qabdu. Kun waan ati ufirraa fiddee miti waan Rabbiin siin qananiise jechu. Tanaaf jecha saniif jettee soommana kee hin furin huma takkallee rakkoon sirratti hin jirtu.

 

 

 

Dr.Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 2
Views: 149

Kanas dubbisi

219: Bishaan dhaliinsa dura dubartii irraa bahuu Salaataa fi Soomana ni dhoorkaa?
207: Madaan yoo nama dhiige soomana namarraa balleessaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *