214: : Jaartiin tiyya takka mana keessa ufumaa baatee yoo dhabamte intala tanaaf ana badiin maaltu narra jira?

  • Home
  • Bultii
  • 214: : Jaartiin tiyya takka mana keessa ufumaa baatee yoo dhabamte intala tanaaf ana badiin maaltu narra jira?
Estimated reading time: < 1 min

 

 

 

Deebisaa:   Jaartiin tee nikaha kee qabdi waan manaa baase, rakkina manaa baase anatu rakkina irra fide moo badiif baatee jala deemtee gaafachuun dirqama keeti. Yoo wanni ati isii goote aariif manarraa isii baaftes fayyifatteee manatti deebisuun keeti. Takkaahuu warra keessaniin walbiratti dhiiftee warra keessaniin yoo waldhibanii baates rakkoo isii tana beeytee bakka isiif godhuun dirqama keeti. Yoo isiin ka bultii tee hin feene taatee ka manarraa baatu taate osoo beeytu yoo itti dhiifte badiin alatti dalagdu badii irratti situ gargaareefii badii irratti usuun kee badii ufirratti murtii godhuudha diliin sillee si hin hanqattu intala sani takkaa manatti deebisuu takkaa hiiktee qulqulleessuu waa lamaan irraa filadhu.

 

 

Dr.Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 137

Kanas dubbisi

238: Janaabaa osoo hin dhiqatin Salaatuun ni tahaa?
204:Jaarsaa fi Jaartiin gargar adda turuun nikahaan ni badaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *