309: Waan of dura dhufu beekuun shirkitti laakkawamaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Yoo keeyrii takka argachuuf keeyriin wayii natti dhihaatte, faraja wayii Rabbi naaf fiduuf deemu ni gammadaa, yoo wanni hamtuun na mudachuuf deemtullee rifaatutu natti dhufaa dura bu’ee. kun shirkitti lakkaayamaa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Kuni shirkii miti. Fahamii Rabbiin mu’minaaf kenne jedhan. Waan Rabbiin qalbii mu’minaa keessa buusee, mu’minni ufiin fahamu jechu. Humaa Rakkoo hin qabu.

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 121

Kanas dubbisi

318: Rabbii guddaan maaliif \”Sihi\” jenna?
278: Wayta Salaataa harka gama bitaatiin onneerra kaayachuun danda’amaa? Rabbiin bakka hunda jira kan jedhamu hoo?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *