459: Maatiin kiyya waan islaama ta’eef jecha na miidhutti jiranii maal woyya?

  • Home
  • Aqiidaa
  • 459: Maatiin kiyya waan islaama ta’eef jecha na miidhutti jiranii maal woyya?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Maatiin kiyya waan an islaameef jecha na miidhutti jiranii anillee yeroo garii haqqii isaanii balleessutti jiraa akkam godhaa?

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: Haqqii isaanii haga dandeetteen hin balleessin, waan isaan itti si yaamaniif waan isaan irratti dhiibbaa sitti godhan ee hin jedhi waan gara islaamummaatiif waan gara amantii irraa bahuu waan gara heeruma keetii sumatu nama islaamaa shariyaa islaamaa gaafatee jala deemmata malee, isaan ammo gargaarsaaf waan isaan hajamaniin bira dhaabbadhu islaama ta’uullee haa  baatanii.

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 210

Kanas dubbisi

480: Namni maatii keessaa dhiheenya Islaama tahe maatii isaa akkamitti waliin jiraata?
459: An Islaamummaa qabannaan maatiin kiyya na miidhuu eegale
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *