479: Bishaaniin malee wanta gogaan Istinjaa godhuun/qulqullaahuun ni danda’amaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Istinjaafii istbirahan akkamii? Istinjaan namni tokko yoo baadiyaa jiru dhakaan goggoffadhaa yookaa biyyeen goggofadhaa jedhanii biyyeen amma bakka hunda hin jirtuu maal goonaa?

 

 

 

Deebisaa: Rabbiin laafisee jira. Silaafuu biyyee miti irra guddaa dhakaadha ka shariyaan dubbate, dhakaadhaan yeroo sadi, yoo sadditti hin qulqullaahin yeroo shan, yoo shanitti hin qulqullaahin yeroo torba ufirraa goggossaa jedhan najaasaan hanga isiin namarraa buqqatutti. Yoo suni hin mijoofnee sooftitu jira hardha kanaan ufirraa qulqulleessuun ni danda’ama. Riwaayan imaamu abu daawud baase tokko akki jedhu osoma bishaan jiruu sooftiidhaan goggoffachuun ni ta’aa jedha. Akkasuma  Qullaa wudu’achuun akkami? Qullaa wudu’achuunis humaa rakkoo hin qabu

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 169

Kanas dubbisi

482: Qabrii keessa kopheen dhaabbachuun/deemuun ni tahaa?
476: Maatiin Intalaa gabbara malee sii hin kenninu yoo jedhan isiin maal godhuu dandeessi?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *