486: Salaata keessa hafuurri namarraa yoo bahe salaatni ni badaa?

  • Home
  • Ibaadaa
  • 486: Salaata keessa hafuurri namarraa yoo bahe salaatni ni badaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Namni tokko yoo salaata keeessa hafuura wudu’a cabsu baafate, salaata san itti guuttata moo salaata san dhiisee wudu’a godhataa?

 

 

 

 

Deebisaa: Salaatni awwala hafuurri baheenuu cabee jira wudu’atan malee salaatni namaa fayyaa hin ta’u.

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 174

Kanas dubbisi

489: Umraa yoo hin godhin hajjiin hin ta’u jedhanii akkamii?
485: Namni islaama hin ta’in tokko yoo horii hajjii namaa baase akkamii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *