68: Jaarsa Adaadaa tiyyaa harka fuudhuun naaf hayyamamaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Nama tokko ka adaada tiyya fuudhe ufjalaa qabu yoo harka fuudhe akkami?

 

Deebisaa: Yaa gabritti Rabbii, waa hunda dura wanni beekuun nurra jiru, nama akkamtu narratti haraami; nama akkamtu narratti halaali? Dhiiraa dhalaanuu tana beekuu qabna. Kanaaf jecha ka adaada tee fuudhe, ka obboleettii tee fudhe, ka haboo tee fuudhe, ka wajjiin baratte, ka ollaa keetii, kun cuftinuu ajnabi. Waan abbaa kee adeera kee, eeysuma kee, obboleeyyan kee, abbaa jaarsa keetii, jaarsa kee, jarreen kana malee wanni jiru, obboleessi jaarsa keetiillee, akkuma san ilma adeera kiyyaatii ka je’anillee harka fuudhuun haraam calla.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 158

Kanas dubbisi

71: Abbaa maqaan yaamuun ni dandayamaa?
67: Aanaa kiyyarraa namni Zakaa haqa godhatu eenyu?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *