58: Qur’aana gubuun ni hayyamamaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Ganda dalagaatti kitaaba zikriitiifii Qur’aana walitti qabanii guban. Maaliif gubdan jennaan akkanaatu irra caala naan je’an. Tanaaf jecha Qur’aanas haa ta’uu kitaabban faayidaa qabu ka jechi Nabii keenyaa keessa jiru kanneen akkanaa gubuufi awwaaluu kamtu irra caala?

 

 

Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, kabajaan Qur’aanaa waan ciccirame walitti qabanii gubanii, hoggaa guban daaraa san bikka xahaaratti awwaalu. Akkuma san yoo walitti qabdee masjiida geessites irra fiinxe. Yoo ammoo walitti qabdee baharis naqxe wama takka rakkoon hin jiru.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 245

Kanas dubbisi

90: Namni shahaadaa nama qabsiisu sheekha tahuu qabaa?
30: Maaliif Ka’baa Xawaafan?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *