61: Sujuuda keessatti du’aa’ii adda addaa jechuun hayyamamaa?

  • Home
  • Salaata
  • 61: Sujuuda keessatti du’aa’ii adda addaa jechuun hayyamamaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Yeroo salaataaf Sujuudu yoon du’aa’ii Rabbiighfirlii zanbii kullahuu, diqqahu, wajillahuu jettuun kadhadhe naaf gaha moo hin gahu?

 

 

Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, sujuuda keessatti duaaii feeteen kadhaachuun karaan siif bana. Garuu waajiba sirra jiru subhaana Rabbiiyal a’laa dhiiftee duaaii tana yoo goote, salaanni kee bade. Sujuuda keessati eega waan sirra jiru gaggeeffattee duaaii godhatta malee, duaaiin bikka waan sirra jiruu hin buutu. Akkuma Nabiin keenya nuuf dhaame hogguu jilba qabattan subhaana Rabbiyal aziim je’aa, hogguu addaan lafa tuqxan subhaana Rabbiyal a’laa je’aa. Achi boodaan ammoo duaaii cufaan Rabbi kadhachuu ni dandeessan. Duaaiin ammoo subhaana Rabbiiyal a’alaa bakka hin buutuu beeki.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 8
Views: 2637

Kanas dubbisi

63: Dubartiin iqaamachuu dandeeysii?
59: Yoon attahiyyaata duraa irraanfadhe maal godhuu qaba?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

1 thought on “61: Sujuuda keessatti du’aa’ii adda addaa jechuun hayyamamaa?”

Leave a Reply to Jibriil Jamaal Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *