119: Zakaan qabeenya hammam takkarraa baafama?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Zakaan hangam takkarraa baafama, lakkoofsi hoo eeysarraa eegalama?

 

Deebisaa: Yaa gabricha Rabbii; walumaagalattuu bakkuma fedheehuu haa ta’uu hukmii shariaa keessatti maallaqni zahaba jala deema. Zakaan ka namarratti wajjabu yoo zahabni giraama saddeettamii shan ta’e qofa. Giraama saddeettamii shan yeroo ta’u, giraamni sadeettamii shanan sun mallaqatti meeqa ta’aa laali. Akka maallaqa Saudiitti toora 12,000, ykn 11,000ti. Kana amatni irraa naannofnaan 1000 irratti riyaala Saudii 25 Itoopiyattis birrii 1000 irraa 25. Namuu hisaabuma zahabaa kana mallaqa biyya jiruutti jijjiirata.  Maallaqni kee miliyoona ta’us akkasumatti itti oofta jechu.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 17
Views: 854

Kanas dubbisi

139: Fixrii namni namarraa baasuun ni tahaa?
67: Aanaa kiyyarraa namni Zakaa haqa godhatu eenyu?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *