08: Wudu’a Malee Qur’aana Qara’uun Hayyamamaa?

Estimated reading time: < 1 min

Yaa gabricha/gabrittii Rabbii, Quraanni kun  kalaama Rabbiiti. Qaraanni kabajamuu qabaa quraana wudu’an maletti hin tuqinaa. Ammoo hifzii yoo qabatte qara’uu ni dandeessa, yoma janaabdaaf heeydii qabaattellee yoo hifzii qabaatte qara’uu ni dandeessa. Siif kaayanii wayiin garagalchitee qaraatullee wamaa hin qabu, garuu ammo, quraana harkaan tuquun dhoowwaadha.

 

Dr. Liwaa’ul Islaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 4
Views: 282

Kanas dubbisi

13: Kijibaan Qur’aana Qabatanii Kakatuun akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *